Seward Co-op Store Signage Focus Group (Virtual)- Oromo
May 18, 2021 @ 6:00 pm - 7:00 pm
Akkam jirtan yaa miseensa keenya! Seward Co-op horii hawaasaati, kan kuusa mi’aa guutuu iddoo lama kibba Minneapolis keysaa qabu. Kaayoon teenya fayya qabeenya hawaasaa deeggaruudha. Mallattoo haaraya irratti hojachaa jirra… Read More →




